Ufii koofi dubbannaan
Haqa koofi iyyannaan
Dhara jirtu diddaaf
Dhugaadhaaf falmannaan
Uleedhaan na dhaantee
Rasaasaan na cirtee
Hidda koo buqqistee
Anumaan ana mallsitee
Anarra dabartee
Da’imman koo fixxee.
Anis dhugdhaafi iyyaa
hanga jiruu tiyyaa
yoo jiraaness
biyya biyyaa
haqa qabdheef
yoomu ni iyyaa!!!
No comments:
Post a Comment